Isiraa’el Kamisa Kaleessaa Buufata Xayyaaraa Damaasqoo fi Aleppoo Misaa’elaan Haleelte, Oduun Jedhu Yaaddoo Dabalataa Uume  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Wal-warraansa Giddu-galeessa Bahaa keessatti Isiraa’elii fi garee Hamaas, kan Falasxiin gidduutti deemaa jiruun wal-qabatee, Isiraa’el haleellaa buufata xayyaaraa Damaasqoo fi Aleppoo irratti, kamisa kaleessaa raaw’atte, jechuun Siiriyaan beeksistee jirti.

Oduun kun waraansicha babal’achuu mala, ka jedhu oduu dabalaataa naanicha keessatti umuu akka danda’u tu gabaasame.