Mootummaan Ruwaandaa Lammiilee Biyyattii Ala Jiranii fi Mootummicha Qeeqan Casllisiisuuf Ajjeechaa, Butinsaa fi Doorsisa Fayyadama Jedhame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Mootummaan Ruwaandaa Lammiilee Biyyattii Ala Jiranii fi Mootummicha Qeeqan Casllisiisuuf Ajjeechaa, Butinsaa fi Doorsisa Fayyadama Jedhame

Mootummaan Ruwaandaa qeeqxotaa fi mormitoota isaa biyya alaa jiraatan ajjeechaa seeraan ala, butamuu fi sodaachisuudhaan callisiiuuf yaalaa akka jiru gabaasni garee mirga namoomaa Hiyumaan Raayotis Waach biraa bahe beeksisee jira.