Jaarmayaan Mootummoota Gamtoomanii Waraansa Gaazaa Keessatti Geggeessamaa Jiru Dhaabsisuuf Dhiibbaa Maal Gochuu Danda’a?

Your browser doesn’t support HTML5

Jaarmayaan Mootummoota Gamtoomanii Waraansa Gaazaa Keessatti Geggeessamaa Jiru Dhaabsisuuf Dhiibbaa Maal Gochuu Danda’a?

Yeroo Israa’el lafaa fi samiidhaan Gaazaa keessatti haleellaa itti fuftee jirtu kanatti lubbuu namootaa irratti midhaan waan hammaachaa jiruuf waamichi dhukaasa dhaabuu qaamota adda addaa irraa dhihaatu dabalee jira. Lolli kun walti dhufeenyaa adduunyaa ykn diplomaasii irratti dhiibbaa maalii akka qabuu fi lola kana dhaabsisuuf qooda jaarmayaan Mootumoota Gamtoomanii qabaachuu danda’u irratti Befeqaaduu Morodaa ogeessaa seeraa fi hojjataa mootumoota gamtoomanii kan turan Obbo Baayisaa Waaqwayyaa haasofsiifnee jirra.