Ameerikaa Keessatti Baatiin Sadaasaa Kun Baatii Sabni Ameerikaa Abbaa Biyyaa Ganamaa Itti Yaadatamu

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Ameerikaa Keessatti Baatiin Sadaasaa Kun Baatii Sabni Ameerikaa Abbaa Biyyaa Ganamaa Itti Yaadatamu

Baatiin keessa jirru sadaasni, waggaa waggaan sabni Amerikaa keessatti abbaa biyyaati jedhaman warri jalqabaa ykn "Native American" jedhaman kan itti yaadatamanii dha. Seenaa jara kanaa ilaalchisee Jaallanneen profeesara seenaa fi Daayreekteera kutaa barnoota sadarkaa olaanaa kan ta'an Dr Daani'eel Ayyaanaa , Yunivarsitii Yaangstaawan(youngstown) ka kutaa Ohaayoo jiru irraa dubbistee jirti. Waa’ee saba kanaa fi ayyaaneffannaa isaanii irratti ibsa kennan, Dr. Daani’eel.