Lammiin Ameerikaa Barataan Kutaa 8 Badhaasa Saayintistoota Dargaggootaa Badhaafame

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Lammiin Ameerikaa Barataan Kutaa 8 Badhaasa Saayintistoota Dargaggootaa Badhaafame

Dargaggeessi waggaa 14 lammiin Amerikaa hidda dhalata Itoophiyaa as Yunaaytid Isteetis kutaa Virginia keessatti dorgommii saayinsii waggaa waggaan barattoota Amerikaa, kutaa shanii hanga saddeetii gaggeeffamu kan “3M Young Scientist Challenge” jedhamu injifachuu isaa Edeen Garramew gabaastee jirti.Gama kaaniin, dhukkubii Fluu ykn Infuleenzaa jedham Amerikaa keessatti hammaachuun ibsaa gabaafameera.