Afrikaa Kibbaa Keessatti Ijoolleen Manneen-barnootaarraa Fagaachuun Rakkoo Cimaa Itti Tahee Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Afrikaa Kibbaa Keessatti Ijoolleen Manneen-barnootaarraa Fagaachuun Rakkoo Cimaa Itti Tahee Jira

Afrikaa Kibbaa kutaa Kiwaazuuluu Naataal keessatti barattoonni 200,000 gahan irra-jireessi mana-barnootaa dhaquuf sa’atii lamaa oliif miillaan deemu. Sababaa kanaan barattoonni yeroo mana-barnootaa gahan qaamni isaanii waan dadhabuuf ciminaan barnoota isaanii hordofuu akka hin dandeenye illee gabaasamee jira. Gama biraan imaammatni mootummaa biyyattii, barattoonni mana barnootaa isaanii irraa kiiloomeetira 3 caalaa fagaatan, tajaajila awutoobusii akka argachuu qaban dubbata.