Daandiiwwan Nageenya Itiyoophiyaa Boqonnaa Lammaffaa

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Daandiiwwan Nageenya Itiyoophiyaa Boqonnaa Lammaffaa

Mariin mata duree "Daandiiwwan nageenya Itiyoophiyaa" jedhu boqonnaa lammaffaan yeroo dhiyoo keessa stuudiyoo waajjira haadhoo Sagalee Ameerikaa kan Washington DC, jiru keessatti guyyoota itti aanan keessa dhiyaachuuf jira. Hordofuu hin dagatinaa.