Ka miseensonni paartii Rippaabilikaanii sagalee wayyabaa keessatti qaban Manni Maree bakka bu’oota uummataa kan Yuunaayitid Isteetis Pireezidaant Joo Baayidan karaa Ilma isaanii daldala keessatti bobboa’anii jiru jechuun aangoorraa taayitaa irraa akka buqqisaman gochuuf qorannaan akka irratti geggeessamu caalmaa sagalee xiqqaatiin murteessee jira.
Manni-maree Yunaayitid Isteetis Prezidaant Joo Baayiden Irratti Akka Qorannaan Geeggeessamu Sagaleen Murteesse
Your browser doesn’t support HTML5
Manni-maree Yunaayitid Isteetis Prezidaant Joo Baayiden Irratti Akka Qorannaan Geeggeessamu Sagaleen Murteesse