Bulchiinsa Naannoo Amaaraa aanaa godiinaa Saba Awwii magaalaa Daangilaa keessatti namoonni hidhamanii turan hidhattoota Faannoo manicha hidhaa cabsaniin seenaniin gad-lakkisamuu kanneen miseensota Raayyaa Ittisaa biyaa turan dhalattonnni Tigraay Sagalee Amerikaaf ibsanii jiru. Angawoonni mootummaa kan Blchiinsa Naannoo Amaaraa mana hidhichaa keessaa hidhamtonni miliquu mirkaneessanii garu, gochaan sun gochaa seeraa alaa ti, jedhan. Gabaasa Gabree Haagos hiikuun qindeessinee jira.
Naannoo Amaaraa, Magalaa Daangilaatti Hidhattoonni Faannoo Mana-hidhaa Cabsuun Hidhamtoota Hedduu Gad-lakkisuun Himame
Your browser doesn’t support HTML5
Naannoo Amaaraa, Magalaa Daangilaatti Hidhattoonni Faannoo Mana-hidhaa Cabsuun Hidhamtoota Hedduu Gad-lakkisuun Himame