Dhukkuba Qaama Argansuu RSV Jedhamuuf Talaaliin Argamee Jira

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhukkuba Qaama Argansuu RSV Jedhamuuf Talaaliin Argamee Jira

Dhukkuuba vaayrasiin dabruu fi Respiraatorii sin-sish-al Virus jedhamu yeroo ammaa hammaataa akka jiru ibsamaa jira.Vaayrasii qaama argansuu ykn resparatorii miidhu kana kan ilaaleen marii Dr. Mullataa Xaafaa waliin gaggeeffame isinii dhiyeessiina. Dr Mullataan ogeessa addaa kan waa'ee wal'ansa murteessaa ta'anii fi kan waa'ee ujummoo argansuu ykn qilleensaa ti.