Itiyoophiyaan Maaliif Gurmuu ‘BRICS’ Jedhamutti Dabalamte?

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaan Maaliif Gurmuu ‘BRICS’ Jedhamutti Dabalamte?

Itiyoophiyaan BRICStti kan makamte dhiibbaa biyyoota addunyaa gama dhihaa irraa kan ka’e jechuudhaan waldaan ogeessota dinagdee Itiyoophiyaa ibsuu isaa kan gabaasa qorannaa sanaa dhiyeessan Dr. Deggiyyee Goshuu dubbatanii jiru. BRICS’tti makamuun bu’aa inni fidu ykn faayidaa inni dhabsiisuu danda’u ilaalchisee ogeessonni yaada adda addaa irratti kennanii jiru.