Xannachi ‘Taayrooyid’ Ka Mormarratti Argamu Yoo Sirriitti Hojjechuu Dhabe Dhibeewwan Akkamii Fida?

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Xannachi ‘Taayrooyid’ Ka Mormarratti Argamu Yoo Sirriitti Hojjechuu Dhabe Dhibeewwan Akkamii Fida?

Kan morma namaa irratti argamu fi Taayrooyiid Gland xannachi jedhamu, tajaajiilli kennu maalii? Kana irratti jaallanneen kooleejii wal'ansa fayyaa kan walii galaa Nagallee Arsii irraa, ogeessa addaa waa'ee baqaqsanii yaaluu ka ta'an Dr. Sanyii Baqqalaa Haasoofsiiftee jirti.