Bara 2024 Biyyoota Addunyaa 50 Keessatti Filannoon Geggeessama

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Bara 2024 Biyyoota Addunyaa 50 Keessatti Filannoon Geggeessama

Waggaan haaraan keessa jirru 2024 bara deemsi dimookiraasii haalan itti qoratamu ta’a. Sababn isaa biyyoota 50 keessatti ummatni adduynaa biliyoona afur tahu waan filannoo taasisuufi. Lakkoobsi kun lakkofsa ummata adunyaa walakkaa kan ta’udha. Dhimma kana irratti gabaasa Henerii Rijiweel qopheesse qabna.