Filannoolee Bara 2024 Geggeessaman’rratti Waa’een Odeeffannoolee Dharaa fi Nageenya Gaazzexeessotaa Dhimmota Oduu Guguddoo Tahuuf Jiru

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Filannoolee Bara 2024 Geggeessaman’rratti Waa’een Odeeffannoolee Dharaa fi Nageenya Gaazzexeessotaa Dhimmota Oduu Guguddoo Tahuuf Jiru

Bara haara 2024 keessaa Yunaayitid Isteetsn dabalatee biyyootta Aduunyaa 40 ol ta’an keessatti filannoowwan gurguddaatu taasifama. Akka xiinxaltoonni jedhanitti filannoowwan kanaan walqabatee kara Sammuu nam-tolchee yokaan AI’n odeeffannoon dhugaa hin taanee tamsa’uu danda’uun, akkaasumas nageenyi gaazzexesootaa dhimmoottan guddaa kutaawwaan oduu akka ta’uu danda’u ibsa gabaasaan Kiristiinaa Kaayiseedo Ismiit VOA’f qopheessite.