Mooraawwaan koolejotaa fi Yuunivarstiiwwan Amerikaa keesaatti waa’een fayyaa sammuu baratootaa ijoo dubbii guddaadha. Barrattoonni idil-adduunyaa biyyoottan adda addaa irraa dhufanii Yunaayitid Isteetis keessaati baratan, yaaddoon jiraachuu isaa himanii garuu waanumaa eegamu ta’uu dubbatu.
Rakkoon Fayyaa Sammuu Barattoota Biyyoota Adda Addaarraa Dhufanii Yunaayitid Isteetis Keessatti Barataniif Yaaddoodha
Your browser doesn’t support HTML5
Rakkoon Fayyaa Sammuu Barattoota Biyyoota Adda Addaarraa Dhufanii Yunaayitid Isteetis Keessatti Barataniif Yaaddoodha