Miseensonnii fi Hoogganoonni Isaa Hidhamuu Paartiin Warraaqsa Dimokitaatawaa Uummata Gumuz Beeksise

Your browser doesn’t support HTML5

Miseensonnii fi Hoogganoonni Isaa Hidhamuu Paartiin Warraaqsa Dimokitaatawaa Uummata Gumuz Beeksise

Paartiin Warraaqsa Diimookiraatawaa Uummata Gumuz, miseensotaa fi hoggantoonni isaa hedduu hidhamanii jiraachuu beeksise. Haaluma Wal qabateen, Paartiin Warraaqsa Bilisummaa Uummata Benishaangul, miseensonni fi hogganoota koo 10 ol tahan hidhaa jiru jedhe.

Biiroon Haqaa naannichaa namoonii kun kan hidhaman gocha yakkaan shakkamanii ti jedhus paartileen kunneen garu namoottan isaanii irratti himatni ddhihaate hin jiru jechan.