Prezidaantiin Duraanii Doonaald Traamp Niwu Hampshaayer Keessatti Dorgommii Kaadhimamummaa Prezidaatummaa Mo’atan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaantiin Duraanii Doonaald Traamp Niwu Hampshaayer Keessatti Dorgommii Kaadhimamummaa Prezidaatummaa Mo’atan

As Yunaayitid Isteetis keessatti waltajjii filannoo kaadhimamummaa prezidaantii ka paartii Rippaabulikaanii keessatti taasifamaa jiruuun filattoonni Kutaa bulchiinsaa Niwuu Hamshaayeer kibxata kaleessaa eenyu akka kaadhimamaa paartii Rippabulikaanii adda baafatanii jiran. Sagalee kenninsa jalqabaa kanaan prezidaantii duraanii Doonaald Tiraamp injifate. Gabaasa Kaarooliyiin Piriisuut sagalee Ameerikaaf ergite qabna.