Yunaayitid Isteetis Kutaa Koloraadoo Keessatti Agarsiisni  Kuusaalee Biyyaalessaa Dargaggoota Hirmaachise Geggeessame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Yunaayitid Isteetis Kutaa Koloraadoo Keessatti Agarsiisni  Kuusaalee Biyyaalessaa Dargaggoota Hirmaachise Geggeessame

Yunaayitid Lixaa keessa ka jiru kutaa Kolooraadoo keessatti agarsiisni kuusaalee biyyaaleessa lixaa kan dorgomtoonni kumaatamaan lakkaa’aman itti hirmaatan kan bashannanaa, barnootaa, waa’ee qonnaa fi beeylaadaa of keessaa qabu dhihaatee jira. Dargaggoonni daawwannaa kanarratti argaman tokko tooko agarsiisa kanarraa maal akka argatan gabaasaan Sagalee Ameerikaa Iskoot Iteernisitti himanii jiru.