Giddugalli Namoota Mana-maleeyyii Magaalaa Loos Aanjelesitti Baname Tajaajila Bakka Ciisichaa Caalu Kennaa Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Giddugalli Namoota Mana-maleeyyii Magaalaa Loos Aanjelesitti Baname Tajaajila Bakka Ciisichaa Caalu Kennaa Jira

Magaalaa Loos Anjeles keessatti lakkoobsi namoota mana hin qabnee kanneen daandiirra jiraatanii baay’achaa dhufuu irraa kan ka’e bulchitoonni naannoo sanaa giddu-gala buufata addaa kan namoota 95f taajijala kennuu danda’u bananii jiru. Gidduugalli tajaajila bakka ciisichaa fi nyaataa kennuu qofa osoo hin ta’iin akka isaan hojii argatanis ni gargaara. Araada adda addaarraas haala itti bayanachuu danda’an irratti hojjeta. Gabaasa Anjeelinaa Baagdasaryan Sagalee Ameerikaaf ergite Jaallanneen Sagantaa Afaan Oromoof qindeessitee jirti.