Taphi Kubbaa MiillaaWaancaa Afriikaa Marsaan Duraa Xumurame

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Taphi Kubbaa MiillaaWaancaa Afriikaa Marsaan Duraa Xumurame

Taphii waancaa kubbaa milaa biyyoota Afrikaa gareelee marsaa lammaffaa darban 16 giddutti taasifamaa ture xumuramee jira.Biyyonni marsaa itti aanuuf darban 8 tapaha isaanii itti anuuf qophaawaa jirujiru. Jaallannee Gammadaa gabaasa qabdi.