Yunaayitid Isteets humna waraanaa fi karaa dipiloomaasii dhiibaa uumtee Waraansa Giddu Galeessa Bahaa Keessatti Babal’ate Furuu Yaalaa Jirti

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Yunaayitid Isteets humna waraanaa fi karaa dipiloomaasii dhiibaa uumtee Waraansa Giddu Galeessa Bahaa Keessatti Babal’ate Furuu Yaalaa Jirti

Yunaayitid Isteets humna waraanaa fi karaa dipiloomaasii dhiibaa uumuudhaan waraana bal’aa Giddugaleessa Bahaa keeessatti taasifamaa jiru too’achuudhaaf yaalaa jirti. Haleellaa waraanni Israa’el Hamaas irratti taasisaa jiru sababeeffachuudhaan gareeleen hidhattootaa Iraaniin gargaaramanii fi Giddugaleessa Bahaa keesaa socho’aa jiran tarkaanfii farra biyyoottan addunyaa gama dhihaa fudhachuu akka itti fufan ibsuudhaan dhaadachaa jiru. Dhimma kana irratti gabaasnii Veeroniikaa Baalderaas Iglesiyaas Sagalee Ameerikaaf qopheessite, Befeqaaduu Morodaa Afaan Oromoof qindeessee jira.