Doonald Traamp  Waliitumsa Biyyoota Atilaantik Kaabaa Yokaan NATO Waan Dubbatan Biyyaa Isaanii fi Alatti Dudubbachiisaa Tahee Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Doonald Traamp  Waliitumsa Biyyoota Atilaantik Kaabaa Yokaan NATO Waan Dubbatan Biyyaa Isaanii fi Alatti Dudubbachiisaa Tahee Jira 

Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis duraanii yeroo aangootti deebi’uudhaaf dorgomaa jiran, Doonaald Traamp Dhaabbata Waliitumsa Biyyoota Atilaantik Kaabaa yokaan NATO ilaalchisee yaadni yeroo duula filannoo kennan as Yunaayitid Isteetisii fi magaalota Awurooppaa keessatti dudubbachiisaa jira. Dhimmaa kana irratti gabaasa Siindii Seen qopheesite Tujubeen Afaan Oromoof qindeessitee jirti.