Wallagga Lixaa Keessatti Lola Humnoota Mootummaa fi Hidhattoota WBO Gidduutti Geggeessameen Namoonni Nagaan Ajjeefamn: Jiraattota Naannoo

Your browser doesn’t support HTML5

Wallagga Lixaa Keessatti Lola Humnoota Mootummaa fi Hidhattoota WBO Gidduutti Geggeessameen Namoonni Nagaan Ajjeefamn: Jiraattota Naannoo

Naannoo Oromiyaa Godinaa Wallagga Lixaa keessa jiran adda bakkawwan jiran adda ddaa keessatti lola Jimaata darbee jalqabee humnoottan mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo giduutti taasifaamaa jiruun walqabatee namoottan nagaan ajjeefamuu isaanii jiraattonni ibsaanii jiru.

Namoottan ajjeefaman keessaa 3 erga hidhattoonii bakka lolli itti taasifame gad-lakisanii bahanii booda kanneen humnota motummaatiin ajjeefaman, jechuun Sagalee Ameerikaatti himan jiraattonni.