Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa Dhukkubni Kaanserii Dabalaa Deemuu fi Zaambiyaa Keesstti Amaleeffannaan Dhugaatii Alkoolii Hammaachuu Gabaase

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa Dhukkubni Kaanserii Dabalaa Deemuu fi Zaambiyaa Keesstti Amaleeffannaan Dhugaatii Alkoolii Hammaachuu Gabaase

Dhukkuubni kaansarii addunyaa irratti dabalaa jira jechuun jaarmayaan fayyaa addunyaa gabaasee jira. Gama kaaniin, Zaambiyaa keessatti dhiironni harkii 70 ol akkasumas dubartoonni harka 30 ol garmalee dhugaatii alkoolii dhugaa jiru jechuun jaarmayaan kun yaaddoo qabu ibsee jira.Mata duree lameen irratti gabaasa ergame jaallanneetu dhiyeessa.