Artistoonni Gurraachotaa Baatii Seenaa Gurraachota Sababeeffachuun Magaalaa Los Anjeles Keessatti Agarsiisa Fakkii Dhiheessan

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Artistoonni Gurraachotaa Baatii Seenaa Gurraachota Sababeeffachuun Magaalaa Los Anjeles Keessatti Agarsiisa Fakkii Dhiheessan

Yuunaayitid Isteetsi keessatti Baatiin Guraandhaalaa kun Baatii Seenaa Gurraachotaa jedhamuun beekama. Loos Anjeeles keessattimmoo Artistoonni Gurraachotaa ta’an kanneen as Yuunaayitid Isteetsi keessatti dhalatanii guddatan ji’a seenaa warra Gurraachotaa sababeeffachuun Agarsiisaa qopheessuun muuxannoo isaanii namootaaf qoodaniiru. Gabaasa Jiniyaa Duloot Bafiqaaduu Morodaa qophii Labataa har’aaf haala itti aanuun qindeesseera.