Donaald Tiraamp Haasaa Falmsiisaa Dhageessisuu Ennaa Itti Fufan Duulli Filannoo Baayiden Maallaqa Hedduu Walitti Qabate

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Seera tumtoonni Yunaayitid Iseetis dubbii falmisiisaa walduraa duubaan kaadhimamaa pirezidaantii Rippabilikaan kan ta’an Doonaald Tiraamp Sambata darbe dubbataniif deebii kennaniiru. Akkasumas prezidaantiin Joo Baayiden dhuma torban darbee duula filannoo irratti osoo hin argamne, irra deebiin filatamuuf dorgomuun isaaniis mata duree oduu ta’eera jedha gabaasi Veroonikaa Baalderaas.