Rakkoon godaantotaa magaalaa Niwu Yoork keessatti gara waggaa lamaa dura jalqabee lammiileen Veenzuweelaa fi lammiileen Laatiin Ameerikaa biroo irraa baay’inaan dhufan, waggaa darbe keessatti qofa lakkoofsi godaantotaa biyyoota Afrikaa Dhihaa irraa dhufanii dachaa sadiin dabaluu agarsiiseera. Gabaasa Aron Ranen magaalaa New York irraa erge Jaallannee tu dhiyeessa.
Lakkoobsi Godaantoota Afrikaa Dhihaarraa Magaalaa Niyoork Seenanii Garmalee Heddummaachuun Gabaasame
Your browser doesn’t support HTML5