Guyyaan haraa’aa Bitootessii 22 Guyyaa Bishaan Adduunyaa ta’uun yaadatama. Yemuu waa’een jijirama qilleensaa dhimmaa yaaddeessaa ta’ee jiru kanatti maddaawwan bishaanii sababaa waliti bu’insawwanii ta’uu akka danda’an ibsa dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii. Gama biraatiin dhaabbanni gargaarsaa idil adduunyaa OXFAM jedhamee beekamuu biyyoonni dureeyii fi kaamapaanonii isaanii maddaawaan bishaanii dhuunfachuudhaan midhama biyyoottan iyeeyyii irraa bu’aa argachaa akka jiran ibsa.Dhimma kana irratti Henerii Reejiwiil London irraa gabaasaa erge Bafiqaaduun Afaan Oromootiin qopheessee jira.
Maddawwan Bishaanii Madda Wal Dhabinsawwanii Ta’uu Malan Jedha Dhaabbatni Mootummoota Gamtoomanii
Your browser doesn’t support HTML5