Sababaa Hookkara Sudaan Keessaatiin Namoonni Sudaan Kibbaatti Dheessan Rakkoo Namoomaa Hamaa Keessa Jiran

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Hookkarri siyaasaa Sudaan keessatti mudate baqattoota kumaatamaan lakkaa’aman, irra hedduun isaanii daa’imman kan ta’an , nageenya isaaniif jecha gara biyya ollaa taatee Sudaan Kibbaatti akka dheessan dirqisiisaa jira. Achittis sodaa adda ta’e isaan mudata — sirni tajaajiila eegumsa fayyaa kufaa jiru kunuunsa isaan barbaachisu isaaniif kennuu hin dandeenye. Gabaasa Sheeliyaa Poonii Sudaan Kibbaa irraa ergiite Jaallanneetu dhiyeessa.