Dorgommii Maraatoonii Boostan Irratti Atileetonni Itiyoophiyaa Siisaay Lammaa fi Mohammed Isaa Duraa Booda Injifatan 

Your browser doesn’t support HTML5

Dorgoomii Maaraatoonii Bosttan Wixxata har’aa dorgoomamen Atileet Sisaay Lammaa fi Mahaamed Isaa 1ffaa fi 2ffaa bahaaniruu. Dorgoomii booda atileet Sisaay Lammaa fi Prezidaantii Federeeshiinii atileetikisii Itoophiyaa Koomishinar Daraartuu Tulluu Eebbissaa Naggassaa dubbisee jira.