Filannoo Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis Bara Kanaarratti Dinagdeen Murtoo Filattootaatiif Dhimma Ijoo Tahuuf Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Filannoo Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis Bara Kanaarratti Dinagdeen Murtoo Filattootaatiif Dhimma Ijoo Tahuuf Jira

Filannoo Pireezidaantii Yuunaayitid Isteetsi bara kana taasifamuuf jiruun dhimmi diinagdee yaaddoo isaanii isa guddaa akka ta’etti kaasu filattoonni. Ministirri dhimma hojjettootaa Yuunaayitid Isteetsti hojii fi galii dabala kan jedhe irratti kaadhimamtoonni lamaan Joo Baayideenii fi Doonaald Tiraamp haala kamiin keessummeessuuf jiru kan jedhu irrattiGabaasaan Iskaat Isternis Mitikkuun hikee dhiheessa.