AI Yokaan Sammuun Nam-tolchee Filannoo Yunaayitid Isteetis Dhufaa Jiru Kessatti Dhiibbaa Akkamii Qabaata?

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Sammuu nam-tolchee yokaan Artificial Intelligence jireenya siyaasaa Yunaaytid Isteetis, maallaqa walitti qabuu irraa kaasee hanga beeksisa duula filannootti marsee jira.Seera-tumtoonni hangi tokko filannoo pirezidaantummaa bara kanaa irratti, qabiyyee maddisiisuu fayyadamuun, waan dhugaa ta’e irratti amantaa filattootaa balaadhaaf kan saaxiluu waan ta’eef, haala gaariin fayyadu gochuuf yaalaa jiru. Gabaasaa Iskaat Isternis Sagalee Ameerikaaf qopheese Jaallannee tu dhiheessa.