Gabaasni Mirga Namoomaa Ministira Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetisiin Bahe Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa fi Ertiraa Keessaa Akkamitti Ibse?

Your browser doesn’t support HTML5

Ministiriin haajaa alaa Yuunaayitid Isteetsi gaabasa qabinsa mirga namoomaa biyyoota Addunyaa kaleessa Eebila 23, bara 2024 baaseen Itiyoophiyaa fi Eritiriyaa keessatti sarbaminsi mirga namoomaa hamaan bara 2023 keessa raawwatamuu Ifoomseera. Qabiyyeelee gabaasaa kanaa ilaalchisuun ogeessyyii dhimma mirga namoomaa irratti hojjetan lama dubbisnee jirra.