Teknooloojii Sadarkaa Ol’aanaa Guddisuuf Hojiin Hojjetamu Duula Filannoo Yunaayitid Isteetis Keessatti Qooda Qabaachuuf Jira

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Industiriiin Tekinooloojii ol’aanaa, keessumaa waa’ee waa’ee “Semii Kondaakterii” duula filannoo prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis keessatti qooda qabaachuuf jira. Bulchiinsi Baayiden dhiheenya kana industirii kana keessatti investmentii guddaa taasisuuf labsanii jiran. Gabaasaa Kaaroliin Persuutii Tujubee tu dhiheessa.