Ogeessa Fayyaa Sammuu: Namoonni Dhibee Sammuu Qaban Moggaatti Qoodamoo fi Loogiif Saaxilamoodha

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Baatiin keessa jirru caamsaan baatii waa’ee dhibee sammuu itti yaadatanii uummata barsiisan ta’uun beekama. Nutis dhibee fayyaa ilaalchisee, haala dhibee sammuu Itiyoophiyaa keessaa rakkoolee sana wajjiin wal-qabatan irratti Dr. Daani’el Tolosaa kan magaalaa Adaamaa jiru Wirtuu Yaala Sammuu Beeteeladaamaa jedhamu irratti. Dr. Daani’eel Jaallanneen dubbistee jirti. Waa’ee dhibee sammuu ibsuu eegalu.