Dorgommii pireezidaantummaa Yuunaayitid Isteetis bara kana Joo Baayidenii fi Doonaald Tiraamp gidduutti taasifamuuf jiruuf filattootaaf dhimmi diinagdee warra ijoo gurguddoo keessaa tokkodha. Baayideen duula filannoo torbaan darbe dhimma investimentii tekinooloojii haaraa irratti taasisanii jiru. Tiraamp immoo Baayideen baasiilee bu’uuraalee misoomaa duubaatti akka deebisuu fi bobaa’aa baasuu akka guddisu dubbata. Gabaasa Iskaat Isternis Mitikkuu Fiqaaduu dhiyyeessa.
Duula Filannoo Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis Deemaa Jirurratti Diangdeen Dhimmoota Ijoo Wal-mormsiisan Keessa Tokko Ta’ee Jira
Your browser doesn’t support HTML5