Biyyoota Afrikaa Keessatti Bu’uraaleen Misoomaa Xiqqaachuu fi Baasiin Teknooloojii Tajaajila Diijitaalaa Danqaa Uume

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Guddinni teknoolojii jiraatusi Jiraattota Afrikaa keessa dhibeentaa 15 kanneen ta’an rakkoo qaama miidhamummaatu isaan muudata. Bu’uuraaleen misoomaa muraasa ta’un fi baasiin teknoloojii gargaarsa tajaajila diijitaalaan deggeramee warren barbaadaniif gahuu irratti daanqaa uumee jira. kunisi, gara moggaatti dhiibamuutti kan geessuudha. Yaa’iin ykn konfiraansiin torban darbe magaala Naayiroobii keessatti taasifame haala kan jijjiruudhaaf kan gargaru akka ta’ee ibsa gabaasni Mohaammed Yusuuf Naayiroobii irraa VOA dhaaf qindeesse.