Duula Filannoo Prezidaantummaarratti Joo Baayidenii fi Doonaald Traamp Sagalee Dubartotaa Hawachuurratti Wal Dorgomaa Jiran

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Duula Filannoo Prezidaantummaarratti Joo Baayidenii fi Doonaald Traamp Sagalee Dubartotaa Hawachuurratti Wal Dorgomaa Jiran

Dubartoonni filattota ta’uun sagalee kennan Yunaaytid Isteetis keessatti walakkaa dhaa ol ta’u. Kaadhimamtonni pirezidaantummaa biyyattii Joo Baayidenii fi Doonaald Tiraamp sagalee dubartootaa argatanii injifachuuf maal gochaa akka jiran ilaalchisuun gabaasaa Iskaat Starnis qopheesse Jaallanneetu dhiyeessa.