Rakkoolee Sudaan, Somaliyaa, kutaa Saahilii fi bakkawwan biroo jiran furuuf gargaarsi taasifamaa jiru hedduu xiqqaa ta’uu isaa gareewwan dhaabilee gargaarsaa ibsaa jiru. Hoogganaan dhaabataa gargaarsa baqatootaa ka Noorway dhiheenya kana akka jedhanitti rakkina namoottan jireenya isaanii irraa buqa’an dagachuun waan baratame tahee dhufeera. Henerii Wiikins guyyaa baqqatoota adduunyaa har’a yaadatamee oole ilaachisuudhaan gabaasaa qindeesse Bafiqaaduu tu dhiheessa.
Somaaliyaa, Sudaanii fi Biyyoota Afrikaa Adda Addaa Keessa Rakkoo Baqattootaa Jiru Furuuf Gargaarsi Taasisamu Gahaa Miti, Jedhame
Your browser doesn’t support HTML5
Somaaliyaa, Sudaanii fi Biyyoota Afrikaa Adda Addaa Keessa Rakkoo Baqattootaa Jiru Furuuf Gargaarsi Taasisamu Gahaa Miti, Jedhame