Gaafiilee Dhukkuba Kaleetin Walqabatee Ka'an Irratti Deebii Ogeessa Fayyaa

  • Jaallannee Gammadaa

Your browser doesn’t support HTML5

Dhukkubii kalee maalii? Tajaajiila Kaleen kennuu woo maali? Gaaffilee kanaa fi ka biroof Finfinnee keessa kan jiru Hospitaala Phaawuuloos irraa ogeessa waa'ee kalee kan ta'an Dr Kaasaahuun Bantii Haasoofsiifnee jirra.