Dhimmi Immigireeshinii fi Himannaan Doonaald Traamp’rratti Dhihaate Wal-falmii Dorgomtoota Kamisa Dhufuurratti Falmii How’aa Kaasu Jedhama

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Walfalmiin kallatii kadhimamaa Prezidaantumaa Yunaayitid Isteetisii fi dorgoman isaanii taasisan ka marsaa jalqabaa kamisa dhufu geggesamuuf jira. Walfalmii kana irratti waa’een dhimma godaantotaa fi waa’een himannaa seeraa prezidaantii duraanii Doonald Traamp Irratti dhihaatee mata dureewwan ho’aa akka ta’anitti eegama. Dhimma kana irratti gabaasinni Veeronikaa Baaldaraas Igilisiyaas VOA dhaaf qopheesite itti anee isiniif dhihaata.