Wal-falmii Dorgomtoota Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis Kamisa Kaleessaarratti Maal Maaltu Dhihaate?

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Wal-falmii Dorgomtoota Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis Kamisa Kaleessaarratti Maal Maaltu

Kamisa kaleessa galgala Lammileen Yunaayitid Isteetis guutummaa biyyatti keessa jiran bakka adda addaafi manoottan isaanii keessatti wal gahanii walfalmii kaadhimamtoonni Prezidaantummaaf dorgomaa jiran lamman Prezidaant Joo Baayidenii fi Prezidaantiin duraanii Doonald Tiraamp yeroo jalqabatiif taasisan hordofaa turan.Walfalmiin kun kan taasifamee Magaala Atilaantaa keessatti Stuudiyoo dhaabataa Televijiinii CNN keessatti. Gabaastuun VOA Kaalaa Yuu bakka walfalmichaatti argamuudhaan gabaasnii qopheesitee uujubee Horaatu dhiheessa.