Wal-falmii Dorgommii Prezidaantummaa Torban Dabreetii Booda, Joo Baayidenii fi Doonaald Traamp Gara Duula Na Filadhaatti Deebi’anii Jiru

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Prezidaantumaa Yunaayitid Isteetis isa itti anuuf kan dorgomaa jiran Joo Bayidenii fi Doonald Traamp walfalmii kallatii torban darbe gidduu isaaniitti geggeessamee booda gara duulaa na filadhaatti deebi’anii jiru. Walfalmii kallattii sana irratti dadhabina agarsiisaniiru kan jedhaman Prezidaant Baayideniin bakka buusudhaaf namoottan yaada dhiheesaa jiranus ni jiru. Gabaasaa Iskaat Isternis dhimma kana irratti qopheesee Bafiqaaduu Morodaa tu dhiheessa.