Dhaabbanni Biyyoota Addunyaa Gama Lixaan Hundaa’e Tokko Gochaa Dhaabileen Chaayinaa Albuudaa Afrikaarratti Geggeessan Morme

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Dhaabbanni biyyoota addunyaa gama Lixaan hundaa’e kan Tumsa eegumsa Albuudaa jedhamu sochii dhaabbileen Chaayinaa Albuuda Afiriaa irratti gaaggeessan mormaa jira. Keessumaa gatii Albuuda Koobaaltii kan biyya Dimokiraatawaa Rippaabulikii Koongoo keessaa bahuu irratti xiyyeeffachuun. Gabaasa Henrii Wilkins dhimma kana irratti qopheesse Bafiqaaduu Morodaatu dhiyyeessa.