Prezidaantii Yunaayitid Isteetis duraanii Doonaald Traamp Abaltii Ajeechaa Sabbata darbee irraati taasifame irraa erga hafanii boodaa , yaa’iin biyyaalesaa paartii Repaaplikaanootaa Traampiin Ifatii bakka bu’aa isaa ta’uu isaanii raggasisuudhaaf adeemaa jira. bakka Yaa’ichii itti taasifamu kutaa Wiiskonsiin magaala Miiliwaakii keessatti haalii eegumsa nageenyaa daran jabaatee jira. gabaastonii VOA Joorj Agoobiyaani fi Wiliyaama Gaalo jiraatotaa fi xiinxaltootaa wajjin haasa’uudhaan gabaasa qopheessan qabu. Jiraattonni magaalichaa ammayyuu sodaa akka qaban dubbatu, jedha gabaasichi.
Bakka Korri-Sabaa Paartii Rippaabilikaanii Itti Geggeessamu Magaalaa Miluwaakiitti Yaaddoon Nageenyaa Ol Ka’ee, Eegumsi Cimee Jira
Your browser doesn’t support HTML5