Doonaald Traamp Kaadhimamaa Prezidaantii Tahuun  Kaleessa Paartii Isaaniin Moggaasaman  

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Doonaald Traamp Eega Dhukaasni Ajjeechaa Irratti Yaalamee Guyyootaa Booda, Kaadhimamaa Prezidaantii Tahuun  Kaleessa Paartii Isaaniin Moggaasaman  

Yaa’inii biyyaaleessaa Paartii Repaabilikaanotaa haasaa Prezidaantiin duraanii Doonaald Traampi taasisaniin Kamisa kaleessaa galagala goolabame. Tiraamp erga yaaliin ajjeechaa irratti raawatamee booda bakka yaa’ii sanaatti mulachaa turan . Garuu yemmuu haasaa taasisan inni kaleessa isa jalqabaatii, yaa’ichaaf. Dhimma kana irratti gabaasa Karoon Persuutii bakka galama yaa’ii Repabilikaanootaa magalaa Maaliwaakiiti argamuudhaan VOAdhaaf qopheesite Bafiqaaduu tu dhiheessa.