Hooggantoonni Afriikaa Wal gahiif Chaayinaatti Imalan

Your browser doesn’t support HTML5

Hooggantoonni Afriikaa Wal gahiif Chaayinaatti Imalan

Hoogganoonni Afriikaa kudhanii ol ta’an walgahiidhaaf gara Chaayinaatti Imalanii Jiran. Afriikaa waliin hariiroo ishee cimsachuu kan barbaaddu Chaainaan Hoogganoota kanaaf simannaa ho’aa taasisteefii jirti.

Chaayinaan Biyyootii Afriikaaf misooma bu’uuraaf kan oolu liqaa doolaara miliyoona hedduu kan keniteef yoo ta’u, projektoota gurguddaa kan qabeenya uumamaa ardittii irratti hojjettus Afrikaa keesaa qabdi jedha gabaasi Oliver Hothaam.