Lammiwwan Afrikaa Koolu-galtummaan Gara Yunaayitid Isteetis Dhufan Filannoo Baranaa Keessatti Qooda Adda Addaan Hirmaataa Jiran

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Lammiwwan Afrikaa Koolu-galtummaan Gara Yunaayitid Isteetis Dhufan Filannoo Baranaa Keessatti Qooda Adda Addaan Hirmaataa Jiran

Filannoon bara kanaa Yunaayigid Isteetis keessatti dhimma tokko oliin seena qabeessa. Koolu-galtoonni Afriikaa lama mana maree magaalaa Ooklaandiif dorgomaa jiru. Meeroon Semedaar koolu-galaan dhalata Eertraa mirga baqattootaaf kan falmu yoo ta’u, kan isaan dorgomu koolu-galaa lammii Naayijeeriyaa Abbaa qabeenyaa daldalaa Baabaa Afolaabii, daldalaawwan xixiqqoodhaaf sagalee ta’u barbaada. Tewelde Tesfagabir lamaanuu haasofsiisuun gabaasaa erge, Tujubee tu dhiheessa.