Deemsi Sagalee Kennuu Lammiilee Yunaayitid Isteetis Biyyattiidhaa Ala Jiraatanii Maal Fakkaata?

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Deemsi Sagalee Kennuu Lammiilee Yunaayitid Isteetis Biyyattiidhaa Ala Jiraatanii Maal Fakkaata?

Lammileen Yuunaayitid Isteetisi Kanneen Kiloomeetira hedduu biyya isaanii irraa fagataanii Embaasii Yuunaayitid Isteetisi Itiyoophiyaa keessaa hojjetan filannoo Ameerikaa dhufuuf sagalee isaanii kennuuf qophaa’aa jiru. Deemsa sagalee kennuu addaa biyya alaarraa fidan kana ilaalchisuun Iskindir Fireew muraasa isaanii dubbisuun Finfinnee irraa gabaaseera.