Lammiwwan Ameerikaa Hiddha Dhalata Somaaliyaa Filannoo Prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis Hordofan Dhimmoota Ijoo Itti Fuuleffatan Qaban

  • VOA

Your browser doesn’t support HTML5

Lammiwwaan Amerikaa hidda dhalata Somaliyaa ta'an filannoo pirezidantummaa Amerikaa kana itti dhiheenyaan hordofaa jiru; dhimma ijoo isaan irratti xiyyeeffatan immoo Immigireeshinii fi investimenti Afrikaadha. Sababaa sanaaaf fagoodhumaa sagaleesaniin filachaa jiru. Abdulkadir Zubeer Moqadishoo irraa, Abdulaziz Osmaan as Washington irraa gabaasaan Nigusuutu dhiheessa